6 ‘Kunoo, ishiin akka itti wayyaaʼuu fi akka fayyitu nan godha;+ isaan nan fayyisa, nagaa fi dhugaa hedduus isaaniif nan kenna.+7 Warra Yihudaa keessaa boojiʼamanii fi warra Israaʼel keessaa boojiʼaman deebisee nan fida;+ akkuman jalqaba godhettis isaan nan ijaara.+