Isaayyaas 60:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Namoonni biyya ormaa dallaawwan kee ni ijaaru,Mootonni isaaniis si tajaajilu,+Sababiin isaas, dheekkamsa kootiin si rukuteen ture,Garuu, gaarummaa kootiin garaa siif nan laafa.+
10 Namoonni biyya ormaa dallaawwan kee ni ijaaru,Mootonni isaaniis si tajaajilu,+Sababiin isaas, dheekkamsa kootiin si rukuteen ture,Garuu, gaarummaa kootiin garaa siif nan laafa.+