-
Isaayyaas 49:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Warri si cunqursan foon ofii isaanii akka nyaatan nan godha,
Isaan akkuma daadhii wayinii miʼaawaatti dhiiga ofii isaaniitiin ni machaaʼu.
-
-
Ermiyaas 50:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Kanaafuu, Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Kunoo, wantuman mootii Asoor irratti raawwadhe,+ mootii Baabilonii fi biyya isaa irrattis nan raawwadha.
-