2 Mootota 19:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Halkanuma sanattis maleekaan Yihowaa tokko gad baʼee buufata Asoorotaa keessatti namoota 185,000 ni ajjeese.+ Namoonnis ganama barii yommuu kaʼan, reeffawwan sana hundumaa ni argan.+ Isaayyaas 14:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ani biyya koo keessatti Asooricha nan caccabsa,Gaarota koo irrattis isa nan dhidhiita.+ Waanjoon isaa isaan irraa,Baʼaan isaas gateettii isaanii irraa ni kaafama.”+ Sefaaniyaa 2:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Inni harka isaa kallattii kaabaatti diriirsee Asooriin ni balleessa,Nanawwees ni gogsa,+ akkuma lafa onaas ni godha.
35 Halkanuma sanattis maleekaan Yihowaa tokko gad baʼee buufata Asoorotaa keessatti namoota 185,000 ni ajjeese.+ Namoonnis ganama barii yommuu kaʼan, reeffawwan sana hundumaa ni argan.+
25 Ani biyya koo keessatti Asooricha nan caccabsa,Gaarota koo irrattis isa nan dhidhiita.+ Waanjoon isaa isaan irraa,Baʼaan isaas gateettii isaanii irraa ni kaafama.”+
13 Inni harka isaa kallattii kaabaatti diriirsee Asooriin ni balleessa,Nanawwees ni gogsa,+ akkuma lafa onaas ni godha.