Ermiyaas 33:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Warra Yihudaa keessaa boojiʼamanii fi warra Israaʼel keessaa boojiʼaman deebisee nan fida;+ akkuman jalqaba godhettis isaan nan ijaara.+ Amoos 9:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 ‘Guyyaa sanatti ani daasii* Daawit isa jige ol nan kaasa,+Baqaqaa isaa* nan supha,Diiggaa isaas nan haaressa;Akkuma isa bara duriitti deebisee nan ijaara,+
7 Warra Yihudaa keessaa boojiʼamanii fi warra Israaʼel keessaa boojiʼaman deebisee nan fida;+ akkuman jalqaba godhettis isaan nan ijaara.+
11 ‘Guyyaa sanatti ani daasii* Daawit isa jige ol nan kaasa,+Baqaqaa isaa* nan supha,Diiggaa isaas nan haaressa;Akkuma isa bara duriitti deebisee nan ijaara,+