LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 23:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Maqaan ishii angafaa Oholaa,* kan obboleettii ishii immoo Oholibaa* ture. Isaan kan koo ni taʼan; ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaas ni daʼan. Oholaan Samaariyaa+ dha, Oholibaan immoo Yerusaalemi.

      5 “Oholaan utuma kan koo taatee jirtuu sagaagalummaa raawwachuu jalqabde.+ Ishiin kajeellaa ishiitiin warra baayʼee ishii jaallatan,+ jechuunis Asoorota warra olloota ishii taʼan duukaa ni buute.+

  • Hisqiʼel 23:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kanaafuu, ani harka warra baayʼee ishii jaallataniitti, jechuunis harka ilmaan Asoor warra ishiin kajeellaa ishiitiin duukaa buutee turte sanaatti dabarsee ishii nan kenne.+

  • Hoseʼaa 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Haadha keessan himadhaa; eeyyee ishii himadhaa,

      Sababiin isaas, ishiin haadha manaa koo miti,+ anis abbaa manaa ishii miti.

      Ishiin sagaagalummaa* ishii of irraa,

      Ejja ishiis harma ishii gidduudhaa haa balleessitu,

  • Hoseʼaa 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Hamminni isaanii hundi Gilgaal keessatti argama,+ sababiin isaas, ani achitti isaan jibbeera.

      Gocha isaanii isa hamaadhaan kan kaʼe mana koo keessaa isaan nan ariʼa.+

      Ani kana booda isaan hin jaalladhu;+

      Bulchitoonni isaanii hundi mata jabeeyyii dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi