LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Sababiin isaas, haati isaanii sagaagalummaa* raawwatteetti.+

      Ishiin isaan ulfoofte gocha qaanessaa raawwatteetti;+

      Ishiin, ‘Ani warra baayʼee na jaallatan,

      Warra nyaata koo fi bishaan koo,

      Uffata koo isa rifeensa hoolaa fi quncee talbaa irraa tolfame, akkasumas zayitii fi dhugaatii koo naaf kennan duukaa nan buʼa’ jetteetti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi