LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 17:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Namoonni Yihudaa illee ajajawwan Waaqa isaanii Yihowaa hin eegne;+ isaanis barsiifata Israaʼelonni hordofan irra ni deddeebiʼan.+

  • Hisqiʼel 23:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Maqaan ishii angafaa Oholaa,* kan obboleettii ishii immoo Oholibaa* ture. Isaan kan koo ni taʼan; ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaas ni daʼan. Oholaan Samaariyaa+ dha, Oholibaan immoo Yerusaalemi.

  • Hisqiʼel 23:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Obboleettiin ishii Oholibaan kana yommuu argitu, kajeellaan ishii caalaatti ni hammaate; sagaagalummaan ishiis kan obboleettii ishii irra hammaate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi