LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 3:6-8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Bara Yosiyaas+ Mootichaatti Yihowaan akkana naan jedhe: “‘Wanta Israaʼel ishiin amanamtuu hin taane raawwatte argiteettaa? Ishiin gaara ol kaʼaa hundumaa gubbaattii fi muka lalisaa hundumaa jalatti sagaagalummaa raawwachuuf ni deemte.+ 7 Ishiin wantoota kana hundumaa erga raawwattee booda illee, gara kootti akka deebitu itti himuu koo ittan fufe;+ ishiin garuu hin deebine; Yihudaanis obboleettii ishii ishii gantuu taate ilaaluu ishii itti fufte.+ 8 Anis kana yommuun argu, waraqaa ragaa ejja ishiitiin+ kan kaʼe ani ittiin ishii hiike ishiidhaaf kennee Israaʼel ishii amanamtuu hin taane nan ariʼe.+ Taʼus obboleettiin ishii Yihudaan ishiin gantuun sun hin sodaanne; ishiinis gad baatee sagaagalummaa raawwatte.+

  • Hisqiʼel 16:46, 47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 “‘Obboleettiin tee ishiin angafaa Samaariyaa+ ishii ijoollee durbaa ishii* wajjin si irraa gara kaabaa* jiraattu dha;+ obboleettiin tee ishiin quxisuun immoo Sodoom+ ishii ijoollee durbaa ishii wajjin si irraa gara kibbaa* jiraattu dha.+ 47 Ati daandiiwwan isaanii irra deddeebiʼuu fi gochawwan isaanii warra jibbisiisoo taʼan hordofuu qofa utuu hin taʼin, yeroo gabaabaa keessatti gochawwan kee hundumaatiin isaan caalaa kan mancaate taateetta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi