LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 18:2-4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Mammaaksi isin, ‘Firii wayinii dhangaggaaʼaa kan nyaatan abbootii dha; garuu ilkaan ilmaan isaanii ni hadoode’ jettanii biyya Israaʼel keessatti mammaaktan kun maali dha?+

      3 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha, isin mammaaksa kana biyya Israaʼel keessatti mammaakuu keessan itti hin fuftan. 4 Kunoo, lubbuun* hundi kan koo ti. Akkuma lubbuun abbaa kan koo taʼe, lubbuun ilmaas kan koo ti. Lubbuun* cubbuu hojjetu ni duʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi