LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 15:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yommuu namoonni kun hundi gamatti ceʼanis, namoonni biyyattii keessa jiran hundi sagalee isaanii ol kaasanii booʼu turan; mootichis Sulula Qedroon+ bira dhaabbachaa ture; namoonni hundis daandii gara lafa onaatti geessutti ceʼu turan.

  • 2 Mootota 23:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Utubaa waaqeffannaa sanas mana Yihowaa keessaa baasee+ gara qarqara Yerusaalemitti, gara Sulula Qedroonitti geessee achi keessatti ni gube;+ isas daakee daaraa godhe; daaraa isaas awwaala namootaa irratti ni bittinneesse.+

  • Yohaannis 18:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda, barattoota isaa wajjin gara iddoo biqiltuu Sulula Qedroon*+ gama jiru dhaqe; innii fi barattoonni isaa achi keessa seenan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi