LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 2:36, 37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Achiis mootichi Shimeʼii+ waamsisee akkana isaan jedhe: “Yerusaalemitti mana ijaarradhuutii achuma jiraadhu; achii baatee eessa iyyuu akka hin dhaqne. 37 Haa taʼu malee, guyyaa achii baatee Sulula Qedroon+ ceetutti akka ajjeefamtu beekkadhu. Dhiigni kee matuma kee irra ni taʼa.”

  • 2 Seenaa Baraa 30:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Isaanis kaʼanii iddoowwan aarsaa Yerusaalem keessa turanii+ fi iddoowwan aarsaa ixaanaa hundumaa buqqisanii+ Sulula Qedroon keessatti gatan.

  • Yohaannis 18:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda, barattoota isaa wajjin gara iddoo biqiltuu Sulula Qedroon*+ gama jiru dhaqe; innii fi barattoonni isaa achi keessa seenan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi