1 Mootota 4:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Namoonni Yihudaa fi namoonni Israaʼel akka cirracha qarqara galaanaa baayʼatu turan;+ isaan nyaachaa, dhugaa fi gammadaa turan.+
20 Namoonni Yihudaa fi namoonni Israaʼel akka cirracha qarqara galaanaa baayʼatu turan;+ isaan nyaachaa, dhugaa fi gammadaa turan.+