Isaayyaas 63:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yaa Yihowaa, daandiiwwan kee irraa gorree akka joorru maaliif heyyamta?* Nuti akka si hin sodaannetti garaan keenya didaa akka taʼu maaliif heyyamta?*+ Tajaajiltoota keetiif,Gosoota dhaala keetiitiif jedhiitii deebiʼi.+
17 Yaa Yihowaa, daandiiwwan kee irraa gorree akka joorru maaliif heyyamta?* Nuti akka si hin sodaannetti garaan keenya didaa akka taʼu maaliif heyyamta?*+ Tajaajiltoota keetiif,Gosoota dhaala keetiitiif jedhiitii deebiʼi.+