LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 74:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Saba* bara dheeraa dura argatte,+

      Gosa dhaala kee gootee furte yaadadhu.+

      Gaara Xiyoon isa keessa jiraatte sana yaadadhu.+

  • Faarfannaa 80:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yaa Waaqa Raayyaa, maaloo deebiʼi.

      Samii irraa gad milʼadhu, ilaalis!

      Muka wayinii kana kunuunsi,+

      15 Damee* kana harka kee mirgaatu dhaabe;+

      Gara ilma* ofiif cimsiteetti ilaali.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi