LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 14:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Dubbii kana isaanitti dubbadhu:

      ‘Intalli saba kootii ishiin durba taate madaa baayʼee cimaa taʼeen,

      Guutummaatti waan daakamtee fi waan caccabdeef,+

      Ijji koo halkanii fi guyyaa imimmaan haa lolaasu, addaanis hin kutin.+

  • Faaruu Ermiyaas 1:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Wantoota kanaan kan kaʼe ani nan booʼa;+ ijji koos imimmaan dhangalaasa.

      Sababiin isaas, na jajjabeessuu yookiin na* haaromsuu kan dandaʼu kam iyyuu ana irraa fagoo dha.

      Diinni waan nutti cimeef, ilmaan koo kophaatti hafaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi