- 
	                        
            
            Ermiyaas 8:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
18 Gadda koo irraa jajjabaachuu hin dandeenye;
Garaan koos dhukkubsateera.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 8:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 Ani kufaatii intala saba kootiitiin kan kaʼe caccabeera;+
Akka malee gaddeera.
Naasuun na qabateera.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 9:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Maal taʼa mataan koo madda bishaanii,
Ijji koos burqaa imimmaanii utuu taʼee!+
Silaa warra saba koo keessaa ajjeefamaniif
Halkanii guyyaa nan booʼan ture.
 
 -