-
Ermiyaas 4:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Nan dhiphadhe,* nan dhiphadhe!
Garaa koo* keessatti dhiphinni guddaan natti dhagaʼama.
Onneen koo na keessatti ni rukuta.
20 Guutummaan biyyattii waan balleeffamteef,
Badiisni gaʼuun isaa irra deddeebiʼee odeeffamaa jira.
Dunkaanonni koo akkuma tasaa,
Huccuuwwan dunkaanaa koo yeroo xinnoo gidduutti balleeffamaniiru.+
-
-
Ermiyaas 14:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “Dubbii kana isaanitti dubbadhu:
-