15 Guyyaan sun guyyaa dheekkamsaa,+
Guyyaa dhiphinaa fi guyyaa yaaddoo,+
Guyyaa obomboleettii fi guyyaa badiisaa,
Guyyaa dukkanaa fi guyyaa dimimmisaa,+
Guyyaa duumessaa fi guyyaa dukkana cimaa ti.+
16 Guyyaa magaalota dallaa dhagaa qabanii fi masaraawwan dhedheeroo golee irra jiran irratti+
Sagaleen xurumbaa fi iyyi waraanaa itti dhagaʼamu+ dha.