-
Isaayyaas 2:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Sababiin isaas, guyyichi guyyaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.+
Guyyichi nama of tuuluu fi ol of qabu hundumaa irratti,
Isa ol qabames taʼe isa gad qabame hundumaa irratti,+
-
Isaayyaas 2:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Masaraa ol kaʼaa hundumaa fi dallaa dhagaa hundumaa irratti,
-
-
-