Ermiyaas 4:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Nan dhiphadhe,* nan dhiphadhe! Garaa koo* keessatti dhiphinni guddaan natti dhagaʼama. Onneen koo na keessatti ni rukuta. Sagalee xurumbaa,Sagalee mallattoo* waraanaa waanan dhagaʼeef,Calluma jechuu hin dandaʼu.+
19 Nan dhiphadhe,* nan dhiphadhe! Garaa koo* keessatti dhiphinni guddaan natti dhagaʼama. Onneen koo na keessatti ni rukuta. Sagalee xurumbaa,Sagalee mallattoo* waraanaa waanan dhagaʼeef,Calluma jechuu hin dandaʼu.+