LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yihowaan maraataa fi jaamaa akka taatu,+ akkasumas akka burjaajoftu si godha.

  • Sefaaniyaa 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Ani namoonni akka dhiphatan nan godha,

      Isaanis akka namoota ijji isaanii jaameetti ni deemu,+

      Sababiin isaas, isaan cubbuu kan hojjetan Yihowaa irratti dha.+

      Dhiigni isaanii akkuma biyyootti,

      Marʼimaan* isaaniis akkuma faandootti ni dhangalaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi