LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:28, 29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yihowaan maraataa fi jaamaa akka taatu,+ akkasumas akka burjaajoftu si godha. 29 Akkuma namni qaro dhabeessi dukkana keessa qaqqabatutti, guyyaa saafaa ni qaqqabatta;+ wanta gootu hundumaa irratti milkaaʼina hin argattu; yeroo hundumaa ni gowwoomfamta, ni saamamtas; namni si oolchus hin jiru.+

  • Isaayyaas 59:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Haqni kan nu irraa fagaate,

      Qajeelummaanis nu bira kan hin geenye kanaafi.

      Nuti ifa abdanne, garuu kunoo, dukkanatu taʼe;

      Guyyaa ifaa taʼe ni abdanne, garuu kunoo, dukkana keessa deemaa jirra.+

      10 Akkuma namoota jaamaatti dallaa qaqqabanna;

      Akkuma warra ija hin qabneettis qaqqabachaa deemna.+

      Akkuma dukkana galgalaatti guyyaa saafaa ni gufanna;

      Warra jajjaboo gidduuttis akkuma namoota duʼanii taaneerra.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi