4 Namni kun magaalota kana keessaa gara ishii tokkootti baqatee,+ karra magaalattii+ dura dhaabbatee dhimma isaa jaarsolii magaalattiitti haa himatu. Isaanis magaalattiitti isa galchanii iddoo jireenyaa isaaf haa kennan; innis isaanii wajjin ni jiraata.