-
Leewwota 26:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Namni tokko illee utuu isaan hin ariʼin akka namoota goraadee jalaa baqataniitti wal guggufachiisu. Diinota keessan dura dhaabbachuu hin dandeessan.+
-
-
Hisqiʼel 11:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 ‘Ani ishii keessaa isin baasee, harka namoota biyya ormaatti dabarsee isin nan kenna; murtiis isin irratti nan dabarsa.+
-