-
1 Saamuʼel 12:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yihowaa yoo sodaattan,+ isa yoo tajaajiltan,+ sagalee isaatiif yoo ajajamtan,+ ajaja Yihowaa yoo mormuu baattan, akkasumas isinis taatan mootiin isin bulchu Waaqa keessan Yihowaa yoo hordoftan, gaarii isiniif ni taʼa. 15 Sagalee Yihowaatiif ajajamuu diddanii ajaja Yihowaa yoo mormitan garuu, harki Yihowaa isinii fi abbootii keessan ni adaba.+
-