-
Leewwota 26:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Haa taʼu malee, isin na dhagaʼuu yookiin ajajawwan koo kana hundumaa eeguu yoo diddan,+
-
-
Keessa Deebii 28:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “Haa taʼu malee, ajajawwanii fi dambiiwwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana hundumaa eeguu dhiisuudhaan sagalee Waaqa kee Yihowaa dhagaʼuu yoo didde, abaarsawwan kun baayʼinaan si irra ni gaʼu:+
-
-
Iyyaasuu 24:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Isin Yihowaa dhiistanii waaqolii ormaa yoo tajaajiltan, inni sana dura wanta gaarii kan isiniif godhe taʼus, isinitti garagalee haxaaʼee isin balleessa.”+
-