LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:63
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 63 “Yihowaan akkuma yeroo tokko badhaadhota isin gochuu fi isin baayʼisuutti gammadee ture, Yihowaan isin balleessuu fi isin fixuuttis ni gammada; isinis biyya dhaaluuf jettan irraa ni buqqifamtu.

  • Isaayyaas 63:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Isaan garuu fincila kaasanii+ hafuura isaa isa qulqulluu gaddisiisan.+

      Innis diina isaanii ni taʼe,+

      Akkasumas isaan ni lole.+

  • Ermiyaas 21:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Anumti iyyuu harka diriirfameen, irree jabaadhaan, dheekkamsaa fi aarii guddaadhaan+ isin nan lola.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi