Ermiyaas 52:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Kana malees ajajaan waardiyyootaa sun, Seraayaa+ isa dura buʼaa lubootaa taʼe, Sefaaniyaa+ isa luba lammaffaa taʼe, akkasumas karra eegdota sadan ni fudhate.+ Ermiyaas 52:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Mootiin Baabilonis Riblaa+ isa biyya Hamaat keessatti argamutti rukutee isaan ajjeese. Akka kanaan, Yihudaan boojiʼamee biyya isaa keessaa ni fudhatame.+
24 Kana malees ajajaan waardiyyootaa sun, Seraayaa+ isa dura buʼaa lubootaa taʼe, Sefaaniyaa+ isa luba lammaffaa taʼe, akkasumas karra eegdota sadan ni fudhate.+
27 Mootiin Baabilonis Riblaa+ isa biyya Hamaat keessatti argamutti rukutee isaan ajjeese. Akka kanaan, Yihudaan boojiʼamee biyya isaa keessaa ni fudhatame.+