Ermiyaas 14:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Dubbii kana isaanitti dubbadhu: ‘Intalli saba kootii ishiin durba taate madaa baayʼee cimaa taʼeen,Guutummaatti waan daakamtee fi waan caccabdeef,+Ijji koo halkanii fi guyyaa imimmaan haa lolaasu, addaanis hin kutin.+
17 “Dubbii kana isaanitti dubbadhu: ‘Intalli saba kootii ishiin durba taate madaa baayʼee cimaa taʼeen,Guutummaatti waan daakamtee fi waan caccabdeef,+Ijji koo halkanii fi guyyaa imimmaan haa lolaasu, addaanis hin kutin.+