LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 23:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 “Kunoo, ani raajota abjuuwwan sobaa abjuʼatan, warra abjuuwwan kana dubbatanii fi soba isaaniitiin, of jajuu isaaniitiinis saba koo karaa irraa jalʼisan nan adaba” jedha Yihowaan.+

      “Haa taʼu malee, ani isaan hin ergine yookiin isaan hin ajajne. Kanaafuu, isaan matumaa saba kana hin fayyadan”+ jedha Yihowaan.

  • Ermiyaas 27:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “‘“‘Kanaafuu, raajota keessan, warra hooda isiniif dubbatan, warra abjuu isiniif abjuʼatan, warra falfala isiniif raawwatanii fi warra milkii isiniif ilaalan warra, “Isin mootii Baabiloniin hin tajaajiltan” isiniin jedhan sana hin dhagaʼinaa.

  • Miikiyaas 3:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yihowaan raajota warra saba koo karaa irraa jalʼisan+

      Warra yeroo ilkaan isaaniitiin waa ciniinanitti,*+ ‘Nagaa dha!’ jedhanii labsan,+

      Nama afaan isaanii keessa homaa hin keenye irratti immoo waraana labsaniin* akkana jedha:

  • Sefaaniyaa 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Raajonni ishii addaggee fi gantoota dha.+

      Luboonni ishii wanta qulqulluu taʼe ni xureessu;+

      Isaan seericha ni cabsu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi