LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 22:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Raajonni ishii akkuma leenca baroodaa wanta adamse cicciruutti ishii keessatti daba qopheessaniiru.+ Isaan namoota* ni nyaatu. Qabeenyaa fi wantoota gatii guddaa qaban ni saamu. Dubartoonni abbaan manaa irraa duʼe ishii keessatti akka baayʼatanis godhaniiru. 26 Luboonni ishii seera koo cabsaniiru,+ iddoowwan koo warra qulqulluu taʼanis xureessuu isaanii itti fufaniiru.+ Isaan wanta qulqulluu taʼee fi wanta kan biraa gidduu garaa garummaan akka jiraatu hin godhan;+ wanta qulqulluu hin taanee fi wanta qulqulluu taʼe beeksisuu dhiisaniiru;+ sanbatawwan koo kabajuu didaniiru; anis isaan gidduutti xureeffameera.

  • Miikiyaas 3:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Isin dura buutonni mana Yaaqoob,

      Isin ajajjoonni mana Israaʼel,+ maaloo, kana dhagaʼaa,

      Isin warri haqa jibbitanii fi wanta qajeelaa taʼe hundumaa jalʼistan,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi