Leewwota 20:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni ijoollee isaa Moleekiif waan kenneef, iddoo qulqulluu koo waan xureessee+ fi maqaa koo isa qulqulluu waan salphiseef, anumti fuula koo nama sanatti nan gurraachessa; saba isaa gidduudhaas isa nan balleessa.* Leewwota 22:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Wantoota qulqulluu Israaʼelonni fidan akkaataa itti qaban irratti of eeggannoo akka godhan,* akkasumas wantoota anaaf qulqulleessanii wajjin haala wal qabateen+ maqaa koo isa qulqulluu akka hin xureessine+ Aaronii fi ilmaan isaatti himi. Ani Yihowaa dha.
3 Inni ijoollee isaa Moleekiif waan kenneef, iddoo qulqulluu koo waan xureessee+ fi maqaa koo isa qulqulluu waan salphiseef, anumti fuula koo nama sanatti nan gurraachessa; saba isaa gidduudhaas isa nan balleessa.*
2 “Wantoota qulqulluu Israaʼelonni fidan akkaataa itti qaban irratti of eeggannoo akka godhan,* akkasumas wantoota anaaf qulqulleessanii wajjin haala wal qabateen+ maqaa koo isa qulqulluu akka hin xureessine+ Aaronii fi ilmaan isaatti himi. Ani Yihowaa dha.