-
Hisqiʼel 9:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Maanguddoo, dargaggeessa, durba, mucaa xinnoo fi dubartoota utuu hin jedhin hunduma isaanii ajjeesaa.+ Haa taʼu malee, nama mallattoon sun irra jiru kamitti iyyuu hin dhihaatinaa.+ Iddoo qulqulluu koo irraa jalqabaa.”+ Kanaafuu, isaan jaarsolii manicha fuuldura turan irraa jalqaban.+ 7 Innis akkana isaaniin jedhe: “Manicha xureessaa, mooraawwan sanas reeffaan guutaa.+ Dhaqaa!” Kanaafuu, isaan gad baʼanii namoota magaalattii keessa jiran ajjeesan.
-