-
2 Mootota 21:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Isaan garuu hin ajajamne; Minaaseenis wanta hamaa saboonni warri Yihowaan Israaʼelota duraa balleesse hojjetan irra caalu akka raawwatan gochuudhaan karaa irraa isaan jalʼise.+
-
-
Ermiyaas 2:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Sabni warra waaqolii hin taaneen waaqolii isaa jijjiiree beeku jiraa?
Sabni koo garuu wanta faayidaa hin qabneen ulfina koo jijjiireera.+
-