Ermiyaas 23:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Bara isaatti Yihudaan ni oolti;+ Israaʼelis tasgabbiidhaan ni jiraatti.+ Maqaan inni ittiin waamamus, ‘Yihowaan Qajeelummaa Keenya Dha’ kan jedhu taʼa.”+ Ermiyaas 33:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Bara sanatti Yihudaan ni oolti;+ Yerusaalemis tasgabbiidhaan ni jiraatti.+ Maqaan ishiin ittiin waamamtus, “Yihowaan Qajeelummaa Keenya Dha” kan jedhu taʼa.’”+
6 Bara isaatti Yihudaan ni oolti;+ Israaʼelis tasgabbiidhaan ni jiraatti.+ Maqaan inni ittiin waamamus, ‘Yihowaan Qajeelummaa Keenya Dha’ kan jedhu taʼa.”+
16 Bara sanatti Yihudaan ni oolti;+ Yerusaalemis tasgabbiidhaan ni jiraatti.+ Maqaan ishiin ittiin waamamtus, “Yihowaan Qajeelummaa Keenya Dha” kan jedhu taʼa.’”+