Keessa Deebii 33:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Biyya midhaanii fi daadhii wayinii haaraa,+Isa samiin isaa fixeensa coccophsu keessatti,+Israaʼel tasgabbiidhaan ni jiraata,Burqaan Yaaqoobis kophaa isaa ni jiraata. Ermiyaas 32:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 ‘Kunoo, biyyoottan ani dheekkamsa koo fi aarii koo isa guddaadhaan itti isaan bittinneesse hundumaa keessaa walitti isaan nan qaba;+ gara bakka kanaatti isaan deebisees tasgabbiidhaan akka jiraatan nan godha.+ Zakkaariyaas 14:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Namoonni ishii keessa ni jiraatu; sana booda abaarsi badiisa geessisu matumaa hin dhufu;+ Yerusaalem keessa namoonni nagaadhaan ni jiraatu.+
28 Biyya midhaanii fi daadhii wayinii haaraa,+Isa samiin isaa fixeensa coccophsu keessatti,+Israaʼel tasgabbiidhaan ni jiraata,Burqaan Yaaqoobis kophaa isaa ni jiraata.
37 ‘Kunoo, biyyoottan ani dheekkamsa koo fi aarii koo isa guddaadhaan itti isaan bittinneesse hundumaa keessaa walitti isaan nan qaba;+ gara bakka kanaatti isaan deebisees tasgabbiidhaan akka jiraatan nan godha.+
11 Namoonni ishii keessa ni jiraatu; sana booda abaarsi badiisa geessisu matumaa hin dhufu;+ Yerusaalem keessa namoonni nagaadhaan ni jiraatu.+