LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 23:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Achiis hoolota koo warra hafan biyyoota ani itti isaan bittinneesse hundumaa irraa walitti nan qaba;+ gara kaloo isaaniitti isaan nan deebisa;+ isaanis ni horu, ni baayʼatus.+

  • Ermiyaas 23:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Bara isaatti Yihudaan ni oolti;+ Israaʼelis tasgabbiidhaan ni jiraatti.+ Maqaan inni ittiin waamamus, ‘Yihowaan Qajeelummaa Keenya Dha’ kan jedhu taʼa.”+

  • Ermiyaas 33:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Bara sanatti Yihudaan ni oolti;+ Yerusaalemis tasgabbiidhaan ni jiraatti.+ Maqaan ishiin ittiin waamamtus, “Yihowaan Qajeelummaa Keenya Dha” kan jedhu taʼa.’”+

  • Hisqiʼel 34:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “‘“Ani isaanii wajjin kakuu nagaa nan gala;+ isaan lafa onaa keessa tasgabbiidhaan akka jiraatanii fi bosona keessa akka ciciisaniif+ bineensota bosonaa hamoo taʼan biyyattii keessaa haxaaʼee nan balleessa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi