-
Isaayyaas 56:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Aarsaawwan isaanii warri guutummaatti gubamanii fi aarsaawwan isaanii warri kaan iddoo aarsaa koo irratti fudhatama ni argatu.
Sababiin isaas, manni koo saboota hundumaatiif mana kadhannaa jedhama.”+
-
-
Hisqiʼel 20:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Sababiin isaas, gaara koo isa qulqulluu, jechuunis gaara Israaʼel isa ol kaʼaa+ irratti guutummaan mana Israaʼel, eeyyee, hundi isaanii iyyuu biyyattii keessatti na tajaajilu.+ Anis achitti isaanitti nan gammada; buusiiwwan keessanii fi firiiwwan jalqabaa aarsaawwan keessanii, jechuunis wantoota qulqulluu dhiheessitan hundumaa isin irraa nan barbaada.+
-