-
Hisqiʼel 36:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 ‘Ani kana booda saboonni akka si arrabsanis taʼe, qoosaa namootaa akka baattu hin godhu;+ atis kana booda saboonni kee akka gufatan hin gootu’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”
-