-
Isaayyaas 54:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Qaanii ijoollummaa keetti si irra gaʼe ni irraanfatta,
Salphina dubartii abbaan manaa irraa duʼe taʼuu keetiin si irra gaʼes kana booda hin yaadattu.”
-
-
Isaayyaas 60:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Ilmaan warra si cunqursan sanaa dhufanii si duratti ni sagadu;
Warri si salphisan hundis miila kee jalatti ni sagadu,
Xiyoon ishii magaalaa Isa Qulqulluu kan Israaʼel,
Magaalaa Yihowaa jedhanii si waamu.+
-
-
Miikiyaas 7:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yaa diina* koo, rakkina kootti hin gammadin.
Kanan kufe taʼus, nan kaʼa;
Dukkana keessa kanan jiraadhu taʼus, Yihowaan ifa koo ni taʼa.
-