Hisqiʼel 37:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Dunkaanni* koo isaanii wajjin* ni taʼa; ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu.+