-
Hisqiʼel 35:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “Yihowaan achi kan jiru taʼus ati, ‘Saboonni kun lamaanii fi biyyoonni kun lamaan kan koo ni taʼu; nutis lamaan isaanii iyyuu dhaala godhannee fudhanna’+ waan jetteef,
-