LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 44:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yihowaan tarkaanfii waan fudhateef,

      Isin samiiwwan ililchaa!

      Isin iddoowwan gad fagoon lafaas ililchaa!

      Isin gaaronni,

      Ati bosonnii fi mukeetiin kee hundis ililchaa!+

      Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin fureera,

      Ulfina isaas Israaʼel irratti argisiiseera.”+

  • Isaayyaas 51:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yihowaan Xiyooniin ni jajjabeessa.+

      Inni diiggaawwan ishii hundumaa ni jajjabeessa,+

      Lafa onaa ishii akkuma Eedan,+

      Gammoojjii ishiis akkuma iddoo biqiltuu Yihowaa ni godha.+

      Gammachuunii fi ililchi,

      Galannii fi faarfannaan namatti tolus ishii keessatti ni argama.+

  • Hisqiʼel 36:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Beelaan kan kaʼe saboota gidduutti lammata salphinni akka isin irra hin geenyeef, firii mukaa fi oomisha maasii nan baayʼisa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi