7 Abbootiin keenya yeroo Gibxii keessa turanitti hojiiwwan kee warra dinqisiisoo hin hubanne.
Jaalala kee isa amanamaa isa hedduu taʼe hin yaadanne;
Kanaa mannaa galaanicha, jechuunis Galaana Diimaa biratti fincila kaasan.+
8 Inni garuu maqaa isaatiif jedhee,+
Jabina isaas beeksisuuf jedhee isaan oolche.+