LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 20:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Inni ijoollee isaa Moleekiif waan kenneef, iddoo qulqulluu koo waan xureessee+ fi maqaa koo isa qulqulluu waan salphiseef, anumti fuula koo nama sanatti nan gurraachessa; saba isaa gidduudhaas isa nan balleessa.*

  • 2 Mootota 21:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Minaaseen+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 12 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 55f ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Hefziibaa ture.

  • 2 Mootota 21:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Fakkii utubaa waaqeffannaa bocee hojjete sana mana Yihowaan Daawitii fi ilma isaa Solomooniin akkana jedhee waaʼee isaa dubbate keessa kaaʼe:+ “Mana kanaa fi Yerusaalem keessatti, jechuunis bakka ani gosoota Israaʼel hundumaa keessaa filadhe kanatti bara baraaf maqaa koo nan kaaʼa.+

  • 2 Seenaa Baraa 36:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ajajjoonni lubootaa hundii fi sabichi, wantoota jibbisiisoo saboonni kaan raawwatan hundumaa raawwachuudhaan akka malee amanamummaa isaanii hirʼisanii turan; kana malees, mana Yihowaa isa inni Yerusaalem keessatti qulqulleessee ture ni xureessan.+

  • Ermiyaas 32:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Manicha xureessuufis waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo taʼan mana maqaan koo itti waamamu keessa ni kaaʼan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi