LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 21:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Minaaseen+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 12 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 55f ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Hefziibaa ture.

  • 2 Mootota 21:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kana malees inni bakka Yihowaan waaʼee ishii, “Ani maqaa koo Yerusaalem keessa nan kaaʼa”+ jedhee dubbatetti, jechuunis mana Yihowaa keessatti iddoowwan aarsaa ni ijaare.+

  • Ermiyaas 23:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Raajichis taʼe lubichi faalamaniiru.*+

      Manuma koo keessatti illee hammina isaanii argeera”+ jedha Yihowaan.

  • Hisqiʼel 8:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis, “Yaa ilma namaa, maaloo, ol jedhiitii gara kaabaa ilaali” naan jedhe. Anis ol jedhee gara kaabaa nan ilaale; achittis, karra iddoo aarsaa irraa gara kaabaatiin, balbalicha dura mallattoon* hinaaffaa kun jira ture. 6 Achiis, “Yaa ilma namaa, wanta hamaa fi jibbisiisaa manni Israaʼel asitti raawwachaa jiru,+ isa iddoo qulqulluu koo irraa akkan fagaadhu godhu+ kana ni argitaa? Haa taʼu malee, wanta jibbisiisaa kana irra iyyuu hammaatu ni argita” naan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi