Hisqiʼel 34:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 “‘“Biqiltuu beekamaa* taʼu isaaniif nan dhaaba; kana booda isaan biyyattii keessatti beelaan hin duʼan;+ kana booda saboonni isaan hin salphisan.+
29 “‘“Biqiltuu beekamaa* taʼu isaaniif nan dhaaba; kana booda isaan biyyattii keessatti beelaan hin duʼan;+ kana booda saboonni isaan hin salphisan.+