4 Ijji koo siif hin gaddu; anis gara laafina sitti hin argisiisu;+ sababiin isaas, ani akka daandiiwwan keetti siif nan deebisa; atis wanta gochawwan kee warra jibbisiisoo taʼaniin kan kaʼe si irra gaʼuun ni dhiphatta.+ Isinis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubattu.’+