LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 15:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Innis namoota Yihudaa fi Biiniyaam, akkasumas namoota biyya ormaa Efreem, Minaasee fi Simiʼoon keessaa dhufanii isaanii wajjin turan hundumaa walitti ni qabe;+ namoonni biyya ormaa kun, Waaqni isaa Yihowaan isaa wajjin akka jiru yommuu argan baayʼee taʼanii Israaʼeliin dhiisanii gara isaa dhufanii turan.

  • 2 Seenaa Baraa 30:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Haa taʼu malee, biyya Asheer, biyya Minaasee fi biyya Zaabiloon keessaa namoonni tokko tokko gad of qabanii gara Yerusaalem ni dhufan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi